CPC Technology Logo

Solo Partnership

"Adapt Today. Adopt the Future."

The Belete Taye Philosophy

"Quncheen wal gargaartee arba hiiti, mixiinis walgartee laga ceetee." Yaada kana kallaattiin gara teeknoolojiitti jijjiirree jirra. CPC Technology meeshaa daldalaa qofa osoo hin taane, Smart City Operating System magaalaan keenya ittiin of-bultuudha.

Magaalaan gara Automation deemaa jirti. Ati hoo achitti maal hojjetta? Adoption (sirna haaraa fudhachuun) furtuu keenya isa guddichaadha.

Think With Me

Solo Partnership jechuun IQ sammuu kootii waliin sync ta'uu dha. Nuti waliin ta'uun "Logic" magaalaa haaraa ijaarru.

Work With Me

Middlemen dhabamsiisuun, kallaattiin sirna "City Automation" irratti daldala kee fi tajaajila kee deploy gochuu.

Make With Me

Digital Revolution kana kallaattiin kireeffannaa irraa gara abbummaa (Ownership) tti ceessisuu.

Invitation to Global Investors

This is the first Solo Partnership Model in the world. We are not just building an app; we are building a City Brain. I am offering small equity portions for those who contribute to this digital revolution today.

"Solo Partnership is my IQ. Our adoption is our greatness."

Join the Revolution