Namoonni baay'een "koompitera hin qabnu" jedhanii yommuu complained gochan nan dhaga'a. Garuu dhugaan jiru, bilbilli smart harka kee jiru sun koompitera jabaadha. Rakkoon jiru hanqina meeshaa osoo hin taane, hanqina **Digital System** ittiin hojjetaniidha.
Ani **C-Cloud** kanan ijaareef, dhimma-baattuun kamiyyuu waajjira isaa harka isaa keessatti akka baatuufi. Kun "Digital Access in One Place" dha.
Koompitera kireeffachuu ykn bituuf baasii baasuu hin barbaachisu. Meeshaan ati amma qabdu sun gahaadha.
Microsoft Word ykn Excel nu dhiphisuu hin qabu. C-Cloud keessatti kallaattiin business management tool hundaa qophaa'ee siif jira.
Sirni keenya Cloud irratti waan ijaarameef, virus-iin dhufee hojii kee si duraa hin balleessu. Data-n kee yeroo hunda nagaadha.
Teeknoolojii fayyadamuuf "Professional" ta'uun hin barbaachisu. Creativity kee qofaan sirna keenya keessatti daldala kee bulchuu dandeessa.
Furmaanni keenya kallaattiin **CPC Digital Card** dha. Kaardiin kun furtuu kee isa gara C-Cloud ittiin galtuudha. Office work, rental management, fi merchant tools hunda iddoo tokkotti siif kenna.
© 2026 CPC Technology Pvt. Ltd. Co. | Shaggar City, Ethiopia